Ezekiel 20:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan jettani, Nu aka gosa d'ibi, ta lafa d'ibi keesa teete mukhaafi d'akha kad'atu tahu feena. Ammo wonti sunini isanii intaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin akka banii kaawwanii yookaan akka banii mukaa fi dhaga'aa sagaduu, akka orma biyya biraa jiraatuu ta'u'uuf murteeffattaniirtan; garuu wonti kun sirima hin ta'u› jedhii himi» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin qalbii teessan keessatti, ‹Nuutille akkuma gosa biyya adda addaa, akkuma kolbaa biyya heddu'uu mukaa fi dhaka'atti sagadanuu teenuu ti› ka jettanu ijjumaa hin teetu.