Ezekiel 20:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma tana, akuma duri ababoota teesani lafa gamooji ta Sinai keesati wollaala iti mure, isanileti mura. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma gammoojjii biyya Misiriititti abboota keessanitti murteesse isin irrattillee hin murteessa jedha; ka waan kana dubbate ana Rabbii maraa oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goomolee biyya Gibxi'ii keessatti akkuma abbootii teessanitti mure, akkasuma isinitti hin mura.