Ezekiel 20:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama ch'ubbicha na didu ch'ufa isani keesaa fuud'e, lafa worri amma keesa jiru keesaa baase, lafa Israelileeti deebiu d'owa. Duuba akasiini aka anini AABBO Waaqa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra dhibuu fi worra na yakkan maraa isin keessaa balleessa; biyya amma keessa jiraata'aaran keessaallee isaan baasa; garuu akka isaan gara biyya Israa'elii deebi'an sirima isaanitti hin dhiisu; hennaa san akka ani Rabbiin ta'e beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra finqila'aa fi worra na yakke isin keessaa adda hin baasa; lafa isaan amma alagaa te'anee keessa le'anu keessaa isaan hin baasa; garuu isaan gara lafa Israa'elii hin galanu; achiin duuba isin akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beettan› jedha.