Ezekiel 20:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, atini kurfo jirta, aka jara kana wollaala iti murtu? Yoosi iti muri, waan hamtu abbootini worraa duri tolchite qaabsisi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ilma namaa! ati namoota kanniinitti hin murteessitaa? eeganaa waan hamaa abboonni isaanii hojjatan akka beekan isaan taasisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Ati isaanitti hin murtaa ree? Dhugumaan ati isaanitti hin murtaa ree? Waan diqachiisaa abbootiin isaanii hujje akka qaabatanu,