Ezekiel 20:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti isaani worri Israeli ch'ufti gaara kiyya d'eera qulqullo Israeli gubbati na kad'attani. Duuba aninileeni: huji teesani maache, sorioofi d'ibaayufi waan isani naa baaftani qulqullo ch'ufa isani iraa eegad'e isani iraa fud'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ana Rabbii maraa olii biyya maraa keessatti, gaara woyyuu kiyya irratti worri Israa'elii na waaqeffatan jedha; achitti isin fudhadha; akkasuma achitti kennaa keessan misha'aa fi kennaa meeshaa woyyoome isin irraa eeggadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaara kiyya woyyicha, gaara Israa'elii ka irra caalaa ol dheeratu irratti, achitti kolbaan Israa'elii marti, lafa sanitti isaan marti na hin tajaajilan. Anille achitti isaan hin fudhadhaa, kennansa isaaniitii fi kennansa isaanii ka mata'aa kennansa isaanii woyyicha mara woliin isaan irraa barbaada› jedha, Goottaan Mootiin Waan Maraa,