Ezekiel 20:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini lafa Israeli ta ababoota teesani kakhad'eti isani galche aka anini AABBO Waaqa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa lafa akka abboota teessanii kennu waadaa isaanii gale gara biyya Israa'elii isin fide akka ani Rabbiin ta'e beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya ani abbootii teessanii kenniisaaf kakadhe, gara lafa Israa'elii ani yennaa isin galchu, ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beettan