Ezekiel 20:44 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini gurra kiyya jed'e woi isani tolchu, isani worri Israeli aka anini AABBO Waaqa beetani; wonti akanatiifi anini waan sila isani gati wollaala keesani gula isani argachu maltani isani intolchu; Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii Israa'elii! akka jireenna keessan bada'aatii fi akka hujii keessan hamaa uduu hin taane waan ulfinna maqaa kiyyaatiif jedhee ka isinii raawwatu akka ana Rabbiin ta'e beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee, kolbaa Israa'elii! Akka le'ii teessan hantuu saniitii moti; akka hujii teessan badduu saniille'ee moti; maqaa kiyyaaf jedhee yennaa ani tana isiniif godhu, ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beettan› jedha, Mootiin Waan Maraa» jedhe.