Ezekiel 20:48 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti aka anini, AABBO Waaqi, ibida nami dandae ind'aamfine badda suniti kaye, inarga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi akka bosona bita'aatitti ibidda qabsiisee fi eennullee dhaamsuu akka hin dandeenne namni maruu hin arga» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Ani Mootiin Waan Maraa akka ibidda san bobeesse, nami marti hin dhagga; ibiddi sun hin dhaamu› jedha» jedhe.