Ezekiel 20:49 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini, AABBO Waaqa gudda kad'ad'e, waan kana intolchini jed'eeni. Wonti anini akasi jed'eefi nami ch'ufti guyya ch'ufa atini mammaasaani dubbata nani jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu «Rabbii maraa olii! namni maruu ‹inni hennaa maraa mammaakaan barsiisa› jedha'aa gururi'anii maal naa woyya?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani, «Maalo'o, Goottaa Mootii Waan Maraa! Isaan, ‹Inni fakkeennaan dubbataa motii ree?› naan jedhan» jedhe.