Ezekiel 20:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettuuni, wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Anini gaafa worri Israeli fohad'e; Worrati kakhad'e, lafa Misiri keesati ufi agarsiise waan jed'eeni: Anini AABBO, Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati isaaniin Rabbiin maraa olii, ‹Ani hennaa Israa'eliin filadhe biyya Misirii keessatti fiixaa Yaaqoobiititti uf beessisee waadaa isaanii gale, ani Rabbi Waaqa keessan› isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati isaaniin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Ani yennaa Israa'el filadhe, gaafa sanyii Yaaqoobiitiif kakadhe, biyya Gibxi'ii keessatti ifi isaanitti mudhisee: Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan jedhee isaaniif kakadhe.