Ezekiel 20:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaafasi worrati kakhad'e waan jed'eeni, Anini lafa Misiri keesaa isani baase lafa lafa ch'ufa ira dansaa, ta aananifi dammi aka lola yautini isani d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani biyya Misiriitii isaan baase, biyyi ani isaanii filadhe ta Aannanii fi dammaan duroomte, isiin biyya adunya'aa maraa caalaa bareeddi; akka biyya sanitti isaan galchu yoo san waadaa isaanii gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa san biyya Gibxi'ii keessaa isaan baasee, gara lafa isaaniif abuuree, lafa aananii fi dammaa, ta lafa biyya lafaa mara caalaa toltuu san isaan galchiisaaf, isaaniif kakadhe.