Ezekiel 20:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan jed'eeni, Isani ch'ufti waan ch'eera hamtu isani waaqa tolfatani kana boolati d'aa, waaqa d'ara ka Misiri kana gula yaatani akanaani ufi int'ureesina. Anini AABBO, Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaaniin isin maruu fakiiwwan ijji teessan irra jirtu balleessa'a, waaqolee tolfamaa biyya Misiriitiinillee uf hin batteessinaa'a; ka waan kana dubbate ana Rabbii keessan› isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isaaniin: Tokko tokkoon keessan waaqota dharaa diqachiisaa ilti teessan ilaaltu san gata'a; waaqota dharaa ka Gibxi'iitiin ifi hin batteessina'a; ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan jedheen.