Ezekiel 20:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri nati garagale, na ch'aqasu dide, waaqa worra hamama harkaani mid'aasani kaanile boolati d'au dide. Waaqa worra Misirile lakisu dide, tanaafi anini aka male worrati dallane, lafa Misiri keesaa imballeesa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu worra dhibu ta'an malee na dhagayuu hin barbaanne; fakiiwwan nama jibbisiisu ka ijji isaanii irra jiru hin balleessine; waaqolee tolfamaa biyya Misirii waaqeffatuu hin dhiifne, kanaafuu hennaa isaan biyya Misirii jiran balaa isaanitti buusuu yaadee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo na finqilanee na caqasiisa didane. Isaan waan diqachiisaa ilti isaanii ilaaltu san hin ganne; waaqota dharaa ka Gibxi'ii sanille waaqonfatiisa hin lakkinne. Achiin duuba ani biyya Gibxi'ii keessatti mufii tiyya isaan irratti dhangalaasee aarii tiyyalle baafatiisaaf hedeeyyu.