Ezekiel 20:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo aka gurra kiyya imballeesine worra balleesu dide; wonti akanatiifi anini qara worra worri woliini tau durati, lafa Misiri keesaa isani baasa worraani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu banii isaan woliin jiraatan afo'otti akka biyya Misiriitii isaan baasu worra Israa'eliitii waadaa galee ture; kanaafuu akka maqaan kiyya hin tuqamne akka isaan biyya Misiriitii bayan isaan taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee worra isaan keessa le'ane, ka adoo isaan dhagganuu ani Israa'eloota biyya Gibxi'ii keessaa baasiisaaf kakadhe, gosa biyya adda addaa san duratti maqaan kiyya akka hin salphanneef jedhee tana godhe.