Ezekiel 21:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, bohi, ooi; goraadeeni tunini ta gumi tiyyaafi jaarole Israeli ch'ufaani balleesani. Jaarole sunifi gumi tiyya woliini fit'ani. Laalefad'i, mata qabad'i!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ilma namaa! gadda'aa iyyi; wonti guraadeen kun qophaayeef banii kiyyaa fi bulchoota Israa'elii fixu'uuf isaanillee banii kiyya ka hafe woliin dhuman kanaafuu gadda'aa qoma kee uf tumi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee ilma namaa! Shallaagaan kun kolbaa tiyyaa fi qondaaltota Israa'elii mara waan balleessuuf iyyii wiiccifadhu. Isaan kolbaa tiyya woliin hin ijjeefaman. Tanaaf gaddaan qoma teeti dhowadhu.