Ezekiel 21:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gumi tiyya ilaalachu jira, yo worri iraa deebiu dide wonti kunini ch'ufti worra qabati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani banii kiyya qora; yoo aagii galuu didan wonti kun maruu isaan irra gaya; Ani Rabbi Gooftaan waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan haga ilaallatamiis hin dhufa; cubbuu irraa yoo hin deebi'in kun marti isaan irratti hin te'a› jedha Mootiin Waan Maraa.