Ezekiel 21:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, amma woi fagi, harka d'ai, duuba goraadeeti maro heddu nama ch'ira. Isiini nama ijeefte, nama mudamsiifte, namale qaqalti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati amma ilma namaa! raaga dubbadhu; lola'aa harka kee woliin dhayi; guraadeen guraadee mirmirfama'aa nama ajjeesu; ka nama shibbireessuu fi goorra'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Raagi. Harka keeti aari'iin dhowi; shallaagaan nama qalu yennaa lama, yennaa sadille isaan dhowuu ti; shallaagaan nama bacaa qalu gara maraan isaan marseera.