Ezekiel 21:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akasiini gumiini tiyya ufi jibbaate gugufati. Anini dira worraa goraade aka angaasu bibilit'u, ta nama ijeeftuni, mudamsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya sodaatanii sakaallamanii kufan; ani guraadee akka bakakka'aa falaqqisu ka ajjeecha'aaf qophaaye balbala isaanii afoo kaayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Onneen isaanii baxxee, hedduun isaanii akka gufatanu, karra isaanii mara duratti ani shallaagaa nama qalu isaan dura keyeera; kunoo, shallaagaan akka balaqqisuuf morodameera; ittiin qaliisaafille buqqifameera.