Ezekiel 21:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba aninileeni harka d'ae, akasiini dallansuuni naraa galti. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee lolaan harka kiyya woliin dhaya; aariin kiyya guddaanillee naa caba ani Rabbi waan kana dubbadheera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille harka kiyya aari'iin hin dhowa; aarii tiyyalle hin baafadha; ani Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera» jedhe.