Ezekiel 21:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, kara lama, ka hayyuuni Babiloni goraade ufi fud'ate gula d'ufu, akheekhaani garsisi. Karaani sunini lachu ha lafa taka keesaa bahuti. Fulla karaani iti gargari bahu mukha lama muri kara suni lachu d'ad'aabi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ilma namaa! karaa lamaan mootiin Baabiloonii guraadee qabatee dhufuun kaati karaa lamaaniituu biyya tokko; hulee karaan lamaan itti wol qaxxaammurutti malkata gara qachatti'ii mudhisu itti dhaabi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Karaa lama ka mootiin baabilonii shallaagaa qabatee dhufu fakkii kaasi; fakkiin kara'aa sun lamaanuu biyya tokko keessaa ka'uu ti; addee fakkiin kara'aa sun gara qacha'aa irraa gorutti beessisa dhaabi.