Ezekiel 21:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri Yerusalemu waan kana ind'ugefatu wonti akanatiifi worri qara worraani wolti kakhate aka nagayaani woliini taani. Ammo wonti fagani kunini ch'ubbu worraa worra qaabsifte, aka worra qabanile beesifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maruu worra Baabilooniitii amanamaa ta'u'uuf waan waadaa galeef eennullee wonti kun hin raawwatama jedhee ka amanu hin turre; mootiin Baabiloonii hennaa isaan booji'u garuu cubbuu isaanii isaan qaabsisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Yerusaalemii ka isa woliin kaku'uun wolii galaneef moruu dharaa hin fakkaatti; mootiin Baabilonii ammoo cubbuu isaanii isaan issee isaan hin booji'a.