Ezekiel 21:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini anini, AABBO Waaqi guddaani, jed'u tana: Sureefi ruufa hayyule baafad'i, wonti ch'ufti gara galte aka d'ibi taati. Nama irre inqamne guddisa, ka irre qabu qanch'arsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheeraa; gulloo ulfinnaa kee mataa irraa baafadhu! marata keellee mata'aa baafadhu; wonti maruu akka jirutti hin hafu; worra baallii qabu ka gad aanu ol guddisii worra amma bulcha'aaran gad deebisi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa: Marata mata'aa ifi irraa hiikadhu! Kallachalle ifi irraa baafadhu! Wonni akka amma jirutti hafu hin jiru. Worri gad qabame ol qabama; worri ol qabame gad qabama.