Ezekiel 21:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
La bade, la bade! Ee, anini dira kana imballeesa. Ammo wonti kunini haga anini nama toko ka dira kana balleesu fohad'uti intaatu. Duuba anini dira kana isaa kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balleessa'a! balleessa'a! ee ani dhugamaan akka qachattiin baddu godha; garuu haga ani qachattiin akka adabuuf filadhe dhufutti kun hin ta'u; hennaa san qachattii tana dabarsee isatti kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badii, badii, badii ani Yerusaalemitti hin fida. Haga abbaan mura'aa ka ani Yerusaalem akka balleessu itti kennu sun dhufutti badiin tun hin teetu; ani Yerusaalem isatti hin kenna› jedha.