Ezekiel 21:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daayyani isani agartani tunini d'ara, wonti isani agartani kunileeni kiyyiba. Guyyaani isani balleesani ya alaa hobae. Goraadeeni d'iotu d'ufte mata isani iraa ch'irti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mudhanni isin argitan soba; raanni isin raaddanillee kijiba; isin worra hama'aa fi battaaya'a; guyyaan dhumaa ka isin itti adabamtan dhiyaateera; morma keessanitti guraadeen agaamameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Isaan mudhii dharaa si mootii Baabiloniitiif dhaggane; moruu sobaa si mootii Baabiloniitiif morane; morma worra batticha hamaaleyyi'ii ka guyyaan isaanitti muramu geyee, ka muummeen yennaan isaanii geette irra shallaagaan keeti hin keyama.