Ezekiel 21:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan lafa Israelitini jettu, AABBO Waaqi waan jed'u, Anini ya siti nyaape. Anini goraade tiyya qalqala keesaa fud'ad'e, nama kanke hamafi dansale ch'ufa fit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akkana jedhiin! Ani sitti ka'eera; guraadee qola keessaa luqqifadhee cubbamtootaa fi qulqullootallee isin keessaa balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Israa'eliitiin, ‹Mootiin Waan Maraa: Kunoo, ani si irratti ka'eera; shallaagaa kiyya gonofaa isaa keessaa buqqifadhee, balchichaa fi cubbaalessalle si irraa hin balleessa.