Ezekiel 21:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini aka ibida isaniti bobae, dallansu tiyya agartani. Ammalle anini harka nama naasu inqamne, ka aka male nama fit'uti isani kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunni dheekkamsa kiyyaa akka ibidda bobayeetitti isin irratti bu'a; namoota garaa jabaatanii waa balleessuu beekanitti dabarsee isin kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani aarii tiyya ta akka bobe'a ibiddaa si irratti hin dhangalaasa; harka worra nama balleessiisaan beekkametti dabarsee si hin kenna.