Ezekiel 21:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ibidaani isani balleesani, lafa teesani keesati d'iiga keesani jissani, nami tokoleeni deebie isani inqaabatu, Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ibiddaan baddan; dhiinni keessan biyyuma keessanitti jiga; ka deebi'ee isin qaabatu hin jiru; » Rabbi waan kana dubbateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ibiddaan hin badda; dhiigi keeti biyyuma teeti keessatti hin dhangala'a; ani Mootiin Waan Maraa tana waan dubbadheef, haganaa achi nami deebi'ee si qaabatu hin jiru› jedha Mootiin Waan Maraa» jedhe.