Ezekiel 21:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini mirgaa fuud'e bitaati d'aabe, nama lafa keesa jiru ch'ufa goraade tiyyaani fit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Si keessaa worra cubbamtootaatii fi qajeellota fixu'uuf worra kibbaa haga kaabaa jiran maraa irratti guraadee kiyya luqqifadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani balchichaa fi cubbaalessalle si irraa waan balleessuuf, shallaagaan kiyya nama mara irratti kibbaa haga kaabaatitti gonofaa keessaa hin buqqifama.