Ezekiel 21:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti aka anini, AABBO Waaqi, eegi goraade tiyya qalqala keesaa baase iti indeefanne beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi akka guraadee kiyya luqqifadhee fi akka deebi'ee qolatti hin deebifanne namni maruu hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami marti akka ani Mootiin Waan Maraa shallaagaa kiyya gonofaa isaa keessaa buqqifadhe hin beeka. Shallaagaan sun deebi'ee gonofa'atti hin deebi'u jedha› jedhi.