Ezekiel 21:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, aka waan laalefate onneeni si ch'ite waad'i. Fulla nami ch'ufa sii argu ch'iisi, laalefad'i, waad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ati isaan afo'otti onnee cabee fi gadda gudda'aan worwaadhu! ati ilma namaa! worwaadhu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Ati aadi; qalbii gad jettee fi gadda hadhowuun isaan duratti aadi.