Ezekiel 22:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kanke ka d'ibileeni gumbo fud'ate nama fit'a. Hagi garileeni gati gosa ufiti kenne, tirfi jala fed'ate, akasiini nama dabse ufi duroomsa. Worri kunini ch'ufti ya na ded'e. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kee keessaa namoonni gari gariin qarshii nama irraa fudhata'aa nama ajjeesan; gari gariin worra ufii worra Israa'eliititti dhalaan liqeessan; isaan saama'aa seera malee durooman; sirima na dhiisaniiran» ka waan kana dubbate Rabbii maraa oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Si keessatti isaan dhiiga dhangalaasiisaaf safuu fudhatan; ati liqaa dhalaatii fi bu'aa haqa hin te'in nama irraa fudhattee saamaan durommatteerta; ijjumaa na deeteerta.