Ezekiel 22:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini mala keeti eegi anini waan si tolchu fed'u ch'ufa hobaase, waan jannoomi si keesati hafe irre qabaate, harka dandeete olfud'attu seeta? Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa. Anini dubbi tiyya guutu male intau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa isin adabu uggitanii na jala dhaabattanii? yookaan uf irraa na dhooggu'uuf waan hunna argattan seetanii? Ani Rabbi waan kana dubbadheera; waan dubbadhe hin raawwadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa ani si adabu lapheen teeti hin jajjabaattii ree? Yookiin irreen teeti hin jabaattii ree? Ani Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera; ani waan kana hin godha.