Ezekiel 22:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama kanke gosa ch'ufafi lafa ch'ufa keesa firfirse, huji tante hamtu ch'ufa hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kee biyyaa fi banii gara garaa keessa bittinneessa; hujiin hamaan keellee akka dhaabatu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya hedduu gosa biyya adda addaa keessa si bittinneessee, battummaa teeti mara si keessaa hin balleessa.