Ezekiel 22:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani gochiti taani d'ibiini si tufate, ammalle atini aka anini AABBO Waaqa beeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ormi biraa si salphisan; kanaaf ati akka ani Rabbiin ta'e beetta.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaa duratti hujuma teetiin battii teetee, akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beetta jedha› jedhi» jedhe.