Ezekiel 22:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, worri Israeli kunini woma naa imbahu, worri akuma udaani sibiila jira, sibiila diima taanaani, saldaqa taanaani, sibiila guraacha taanaani, sibiila qalai qawe ira mid'aasani taanaani — ka eegi qarsi bassani ibida keesati hafu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ilma namaa! worri Israa'elii womaa na hin fayyadan; isaan anaaf akka bututaa birrii sibiilaa sibiila diima'aa qorqoorro'oo, akka sibiilaatii fi akka cilee dhaga'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Kolbaan Israa'elii solloqqee natti te'aneeran; isaan martinuu akka sageettuu, qorqooroo, sibiilaa fi irsaasa addee sibiila itti baqisiisanu keessaa ti; isaan solloqqee meeti'ii te'aneeran.