Ezekiel 22:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma tana anini, AABBO Waaqi guddaani, waan worraani jed'u, Isani akuma udaani sibiila suni jirtani, ka woma imbaane. Anini Yerusalemu keesa wolti isani bassa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isaan akka albuuda laga jalaa waan ta'aniif isaan maraa wolitti qabee gara Yerusaalemii fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Isin martinuu solloqqee waan teetaneef, kunoo, ani Yerusaalem keessatti wolitti isin hin qaba.