Ezekiel 22:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, dira kana, ka nami nama fit'u keesa guute, wollaala iti imurtu? Yoosi waan hamtu inni tae ch'ufa diideesi iti himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ilma namaa! ati qachaa namoonni nama ajjeesan keessa guutanitti murteessu'uuf qophooftee? eeganaa waan isiin raawwatte ka nama jibbisiisu maraa ifa baasii itti mudhisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Ati itti hin murtuu ree? Qachaa dhiiga namaa dhangalaasu kanatti hin murtuu ree? Maarre waan diqachiisaa inni huje mara itti mudhisi.