Ezekiel 22:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma qarsifi sibiila diimafi sibiila guraachafi sibiila qalaitifi saldaqa, ka wolti guurani bassani. Akuma ibidi sibiila suni bassu, dallansuuni tiyya isani bassiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma meetiin, sibiilli diimaan, sibiilli, cileen dhaga'aatii fi qorqoorroo wolitti qabanii waan isaan itti bassan keessa kaayanii akka baqaniif ibidda bobeessan anillee aarii kiyya gudda'aan wolitti isin qabee akka baxxan isin godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma namooti meetii, sageettu'uu fi sibiila, irsaasaa fi qorqooroo addee sibiila itti baqisiisanutti baqisiisiisaaf ibidda itti buufanu, anille aarii tiyyaa fi mufii tiyya keessatti wolitti isin qabee akka baxxanu isin hin godha.