Ezekiel 22:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma qarsi ibidaani bassani, Yerusalemu keesati isani bassa, duuba akanaani isani, aka AABBO Waaqi isaniti dallane, beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma meetiin eelee irratti ibiddaan baquutitti isaanillee isii keessatti baqan; hennaa san isaan akka ani Rabbi lola kiyya guddaa isaan irratti buuse beekan» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma meetiin addee sibiila itti baqisiisanu keessatti baxxu, isinille mufii tiyya keessatti hin baxxan; yennaa san ani Mootiin Waan Maraa mufii tiyya akka isin irratti dhangalaase hin beettan› jedha» jedhe.