Ezekiel 22:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, waan atini worra Israelitini jettu, Lafti teesani ya t'uroofte badde, taanaafi anini dallansu tiyya keesa isani balleesu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ilma namaa! ati lafti isaanii waan battoofteef lola kiyyaan akka roobni hin roobne godhee waan isaan adabu'uuf qophaayeef worra Israa'eliititti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Ati lafaan, ‹Ati woyyittii waan hin te'iniif, guyyaa mufii tiyyaa bokkeenni si irratti hin roobu.