Ezekiel 22:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni worraa tunini aka nyeench'a bineensa ijeese ira tae itanu jirti. Worri nama fit'e beesefi horile haga dandau ch'ufa fud'ate, akanaani nad'eeni heddule hiyyeeyi tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni isaanii akka leencan busaayaa ufii ajjeesan irra aada'aa naannayaniiti; isaan banii gar jabeennaan ajjeesan; qarshi'ii fi waan argan maraa hin fudhatan; isaan ajjeecha'aan dubartii hedduu abbaa worraa dhabsiisaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Malli raagota isi'ii wolitti deebi'anee akka neenqa waan ijjeese kukkutataa dhangaa dhowuu ti; isaan kolbaa ijjeesanee, beese'ee fi qabeenna dhaggane mara fudhatan; ijjeechaa isaaniitiin haadhotii hiyyeessaa baceessane.