Ezekiel 22:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari lafa mohatuleeni aka yai bineensa nyaatu gargari hero d'ooftu jira. Worri nama ijeese akanaani ufi duroomsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isaanii ka baallii qaban akka yeyyii busaayaa ajjeesan cicciraniiti; seera malee duroomu'uuf nama ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti isi'ii akka yayyii waan nyaatte kukkuttuu ti; isaan duroomiisaaf nama ijjeesan.