Ezekiel 22:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini dira kanani jettu, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u: Waan atini nama kanke heddu fit'e, waan harkaani boch'ani kad'ate ufi t'ureesiteefi, amma guyyaani kanke ya alaa hobae,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbiin maraa olii wonti qachattii tanaan jedhu worra si keessa jiraatan maraa waan ajjeeftee fi waaqolee tolfamaa waaqeffata'aa waan uf batteessiteef hennaan ati akka badduuf murtaaye dhiyaateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati qacha'aan, ‹Mootiin Waan Maraa: Ati qachaa wodhakkaa keetitti dhiiga dhangalaattu, ka waaqota dharaatiin ifi batteessitu, guyyaan keeti geyeera.