Ezekiel 22:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama naabo d'akhaani jaare, fulla isiini ch'ach'abt'eeni eje, hojja anini dallansu tiyya keesa isi balleesu d'ufu worraa kalchu tokole ilaani barbaade d'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani uduu aarii kiyyaan biyyattii hin balleessineen dura nama dallaya qachatti'ii ka diiggame ijaaru ka anaa fi banii jidduu seenee aarii kiyya naa qabbaneessu barbaade; garuu eennuunillee hin argine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani lafa san hin balleessineef, ka dalleya ijaaru, karaa dalleenni cabeeruun fuula kiyya dura nama isi'iif dhaabbatu, isaan keessa barbaaddeeyyu; garuu nama tokkolle hin dhaggine.