Ezekiel 22:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini aka taka inargini worrati dallane waan hamtu worri tae kana gula aka ibida worra gube balleese. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani lola kiyya guddaa isaan irratti buusa; lola kiyya jaba'aanillee isaan balleessa; yakka isaanii isaanumatti deebisa» ka waan kana dubbate Rabbii maraa oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani mufii tiyya isaan irratti hin dhangalaasaa, ibidda mufii tiyyaatiin isaan hin fixa; waan isaan godhane matuma isaaniititti hin deebisa› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa» jedhe.