Ezekiel 22:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti guyyaani kanke gabaabate ala hobaeefi, waan atini nama fit'e Waaqa d'ara kad'ate ufi t'ureesiteefi! Tanaafi anini gosa d'ibi si tufachise, nami lafa d'ibileeni si goyeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan nama ajjeefteef yakkamtuu taateerta; waaqolee tolfamaa ufii hojjatteen battoofteerta; kanaafuu hennaan ati itti baddu dhiyaateera! ka waan kana ariifachiisellee sima; akka baniin sitti baldu, akka biyyi maruu si tuffatanii akka sitti baldan wonti godheefillee sababaa kanaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati dhiiga dhangalaatteen yakkaamessa teeteerta; waaqota dharaa ka hujjelle'een battootteerta; ati guyyaa keeti gabaaffateerta; muummeen bara keetii geyeera. Tanaaf ani gosa biyya adda addaatiif murgoo, biyya hedduu maraaf waan taphaa si hin godha.