Ezekiel 22:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kanke hagi toko d'ara waan nama d'ibi odeese akasiini dua keesa worra buuse. Hagi toko sorio waaqa d'araati baasani nyaate, hagiini waan hamtuni d'araa ufi baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa namoonni gari gariin namoota biraa ajjeessisu'uuf soba dubbatan; gariin ammo waan waaqolee tolfama'aatiif ciincaye nyaatan; gari gariin dharraa foon ufiitiin nadha bayu'uuf ariifatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti dhiiga dhangalaasiisaaf hamatanu si keessa jiran; kolbaan gaarota addee waaqonfannaa waaqota dharaa irratti waan ciinceffame nyaattulle si keessa jirti; isaan si keessatti sagaagalan.