Ezekiel 23:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato oboleetini isii Oholibani waan kana agartele, isiini ufiftu isiile ira sharmut'omte badde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleettiin isi'ii Ohooliibaan itti hammaate malee hin sirroofne siri'ii Ohoolaa caalaa seebartuu taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Obboleettiin isi'ii Aholiibaan tana dhaggiteertiiyyu; garuu halcha'aa fi sagaagalumma'aan isii caalaa battoottee bira dabarte.