Ezekiel 23:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Babiloni d'ufe isi bira rafe, t'ureese iti tabate, duuba eege isiini worra quufte, tufate jibbite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Baabiloonniillee isii woliin seebaru'uuf dhufan; isaan hennaa heddu waan isii batteessaniif isaan maraa jibbite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Baabilonii taqee isi'ii irratti isii woliin rafanee, sagaagalummaa ifiitiin isii batteessane; isaan isii batteessaneen duuba isaan diqattee irraa garagalte.