Ezekiel 23:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle isiini jaallowani isii, ta waan aka harreetini yaate, aka farda korma d'ala d'araau jaalate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qaamni isaanii akka qaama harre'ee, sanyiin isaanii akka sanyii fardaa worra dharraa fooniitiin maraatan jaalattee faana deemte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gaarayyoota ifii worra nafi isaanii ka hilaa ka akka harre'ee, sanyiin nafa isaanii ka hilaa keessaa bawu ka fardaa fakkaatu halchite.